ulaagaa hajjii شروط الحج


Hajjiin ulaagaa {sharxii} mataa isaati qaba. Ulaagaan hajjii akka armaan gadiiti ta’,a:

1-Namni hajjii gaggeessu islaama ta’,uu qaba,

2-Sammuun isaa fayyaa ta,uu qaba, maraataan hajjii godhuuf hin dirqamuu

jechuudha.

3-umriin isaa waggaa 15nii ol ta,uu qaba.

4-bilisa[walaba]ta’,uu qaba,

5-sinqii dhaqaa deebi’,ii geessuuf qabaachuu qaba, akkasumatti imeltuuf karaan nagaya ta’,uu

qaba. Dubartiin ulaagaa armaan olitti tuqame fii, nama aanaa ta,uuf( محرم ) qabaachuu qaban

Scridb filter

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

You may use these HTML tags and attributes: <a href="" title=""> <abbr title=""> <acronym title=""> <b> <blockquote cite=""> <cite> <code> <del datetime=""> <em> <i> <q cite=""> <strike> <strong>

Anti-Spam Quiz: